Abdisa Jara

Abdisa Jara published 12 applications on Google Play, 437 people rated these apps with an average rating of 4.10!

#Oromoprotests by Abdisa Jara#Oromoprotests

Rated 4.43(23) — Abdisa Jara

Appn kun Suuraalee diddaa Ummata Oromoo Dhimma lafasaarraa buqqisuuf TPLF goote irratti ummata Oromoo hirmaate, miidhadhe, fi kkf agarsiisuuf kan hojjatame akkasumas garaajalaan sirma diddaa kan taphachiisuudha

Free App
Afoola Oromoo by Abdisa JaraAfoola Oromoo

Rated 4.32(19) — Abdisa Jara

Applikeeshiinni kun, Afoola Afaaan Oromoo hedduu kan Of keessaa qabu yoo ta'u Haalaa hubannoof tolutti kan qophaayeedha. Kanaaf Afoola Oromoo Hubachuuf Hedduu nama fayyada,

Free App
Faarfannaa Galata Waaqayyoo by Abdisa JaraFaarfannaa Galata Waaqayyoo

Rated 4.37(52) — Abdisa Jara

Macaafa Faarfannaa Galata Waaqayyoo Afaan Oromootiin Dargaggoota Naqamteerraa!

Free App
Jechoota Hayyoota Oromoo by Abdisa JaraJechoota Hayyoota Oromoo

Rated 4.30(119) — Abdisa Jara

Appn kun Jechoota Hayyoota Oromoo of keessatti hammata. Jechoota hayyoota Oromoo gosoota heddu kan qabu yommuu ta'u, akkasumas hayyoota garagaraatiin kan dhiyaateedha. Isaan keessaa Hayyootni wareegana, dubartootni, dargaggootni fi ga'eessotni Jechamoota.

Free App
Qubee Afaan Oromoo Sagaleen by Abdisa JaraQubee Afaan Oromoo Sagaleen

Rated 4.13(40) — Abdisa Jara

Appilikeeshiinnin kun Muuziqaa ykn Sirba Dr Alii Birraa (Barnnootaa Ammas Barnootaa) Jedhuun Kan Taajjabame yoo ta'u Yeroo nuti Qubee qubaan tuqnu sirbicha Dhiisee Qubee Sagaleedhaa jechuun kan barsiisuu fi Sagalee fi Jechoota Muraasa qubee sanarraa...

Free App
Yaadannoo by Abdisa JaraYaadannoo

Rated 4.40(10) — Abdisa Jara

Fayyadamaa ykn App Yaadannoo Afaan Oromootiin.Fayyadamaan kun, yaadannoolee adda addaa kan guyyaa guyyatti nu mudachuu danda'an Afaan Oromootiinosoo hin rakkatin ykn nu dhibee gargaarsa hin barbaadin, yaadannoowwan nu barbaachisan haalasalphaan walitti...

Free App
Afaan Oromoo Baradhaa by Abdisa JaraAfaan Oromoo Baradhaa

Rated 4.39(119) — Abdisa Jara

It is Mobile application used to teach how any body through out the world can read, write and speak Afan Oromo in Grammatical way. So that, this application plays its great role for the development of Afan Oromo Language.Afaan Oromoo Mobile Appilikeeshiin

Free App
Ciigoo Afaan Oromoo by Abdisa JaraCiigoo Afaan Oromoo

Rated 2.00(1) — Abdisa Jara

Fayyadamaan[App] kun Ciigoo Afaan Oromoo bifa gaafiitiin dhiyeessee, achumatti deebiis kan kaaye waan ta'eef hubannoo Ciigoo namootni akka qabaataniif gahee guddaa qaba jedhamee yaadama.

Free App
Itiyootelekoom by Abdisa JaraItiyootelekoom

Rated 4.14(21) — Abdisa Jara

Fayyadamaan[App] kun Tajaajila Itiyootelecoom Afaan Oromootiin Fayyadamuuf akka tajaajilu, Hawaasa Afaan Oromoo fayyadamuuf yaadamee kan qophaayeedha. Tajaajiloota Dhaabbanni Itiyootelekoom kennu kanneen akka kaardii guuttachuu, kaardii waliif guutuu...

Free App
Qubee by Abdisa JaraQubee

Rated 3.80(20) — Abdisa Jara

Fayyadamaan [App] kun Barnoota Qubee Afaan Oromoo Bifa Sagaleedhaani, akkasumas bifa Fakkiidhaaan kan barsiisu ta'ee, Fakkiis Sagalee dhaan ni ibsa. Akkasumas Seenaa dhufaatii QQubeefi Hayyoota Qubee keessatti Gahee isaanii bahan of keessaa qaba

Free App
qubeegeneration.org by Abdisa Jaraqubeegeneration.org

Rated 3.90(10) — Abdisa Jara

Marsariitiin kun Barnoota Afaan Oromoo, Bifa Suursagalee(video tutorial), Barreeffamaan(writtenTutorial) akkasumas Aadaaf Duudhaa Ummata Oromoo kanneen Godinaalee Oromiyaa hunda keessatti argaman barsiisuufi Addunyatti agarsiisuuf kan hundaa'eedha.

Free App
Yaalii Afaan Oromoo by Abdisa JaraYaalii Afaan Oromoo

Rated 5.00(3) — Abdisa Jara

Appn Yaalii Afaan Oromoo Gaafilee adda addaa kan of keessaa qabu yoo ta'u, Gaafilee kana bifa yaalii ykn Quiz kan dhiyeessee fi ittiin of madaaluuf akkasumas daa'imman itti taphachaa Afaan Akksa baratan Gahee olaanaa taphata jedhamee yaadama.

Free App