HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo

HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo Free Game

Rated 3.93/5 (74) —  Free Android application by OromNet Software and Application Development

Advertisements

About HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo

Hiibboo is equivalent to Riddle in English, almost :) Hiibboo or Riddle is a form of guessing game that has been a part of the folklore of most cultures from ancient times. The App contains few Hiibboo questions in Afan Oromo language.

Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo.

Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’atiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.

Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.

http://om.wikipedia.org/wiki/Hiibboo

Please rate our app in the Google Play store.

Thank you for downloading,
OROMNET Software and Application Development PLC, Nekemtie, Ethiopia

How to Download / Install

Download and install HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo version 1.0 on your Android device!
Downloaded 10,000+ times, content rating: Everyone
Android package: com.oromnet.oromnet_007_hibbo, download HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo.apk

All Application Badges

Free
downl.
Android
3.0+
For everyone
Android game

Game History & Updates

More downloads  HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo reached 10 000 - 50 000 downloads
More downloads  HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo reached 5 000 - 10 000 downloads
More downloads  HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo reached 1 000 - 5 000 downloads

What are users saying about HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo

U70%
by U####:

Namaf fayda gudaa kenus tarii download tahuu s nuf banamuu hin dandenyee galatoma garaa kamin akataa banane itii fayadamnu nu hima hora bulaa

U70%
by U####:

Guddaa galatoomaa, kuni waan guddaadha waan sabaaf darbuu qabu. Galanni keessan bilisummaa haa tahu

B70%
by B####:

Chetan.

M70%
by M####:

jiraadhaa afaan orromoo keenyaati itti boonaa nuutis sin waaliin jiraa

M70%
by M####:

Namaf fayda gudaa kenus tarii download tahuu s nuf banamuu hin dandenyee galatoma garaa kamin akataa banane itii fayadamnu nu hima hora bulaa

M70%
by M####:

Guddaa galatoomaa, kuni waan guddaadha waan sabaaf darbuu qabu. Galanni keessan bilisummaa haa tahu

X70%
by X####:

Jabaadha

M70%
by M####:

So nice

L70%
by L####:

Jalalla,obsa--qabachuun-

H70%
by H####:

Hin laqamuu,hin haqamuu ittin boonii.!!

E70%
by E####:

Baay'e ittiin gammadee aada koo fi Afaan koo

U70%
by U####:

ittin bonnaa Afaan kennaf Addaa kennaa yomiyyuu. ba'ee itti gamaddee

U70%
by U####:

Bayye anamati tolla wan guddu irra barane

U70%
by U####:

Wayinishet kabada 6/6/2015

U70%
by U####:

So nice

U70%
by U####:

Nice, I loved it

Q70%
by Q####:

Abebe

P70%
by P####:

Baay'een itti gammade, Afaan keenyaafi aadaa keenya walumaan haa guddifnu.

M70%
by M####:

Is lovely

H70%
by H####:

jabaadhu jabaadhu Guddadhu kan biyya ta'i

I70%
by I####:

Jiradhaa lammii koo

U70%
by U####:

Galanii keessan gudda dha galatooma. Osoo ufaata aadaa kan dhiraa fi dhalaa technology keessan nuf galchitani baayee barreedda. Galatooma

U70%
by U####:

jabaadha