Afaan Oromoo German Dictionary for Android
Yoo danda'ame osoo grammar yaaltanii baayyee namatti tola
Galatoma sanyi ko jabadha appi biratis gad nu lakkisa heddu gaaridha
Why u didn't download quickly?
Galatomaa heddu nama tola
Wow jabadha itti fufa????
Love
namoota itti fayyadamniif baayyee barreda garuu afaan oromoo isa barumsarratti ittiin baranneen maalif gargar tahe??? kan naannoo tokko qofarratti hundaaye odoo hin tayin giddu gala kan godhate odoo tahee baayyee bareedaadha galatooma!!!
Galatoma sanyi ko jabadha appi biratis gad nu lakkisa heddu gaaridha
Galatooma baayyiifna isin jallaana jamaara isa wajin nu ball.iisa.mee
Bayyee baredaa nuuf jiradha
Galatoma baay'ee namatti tolaa
Heeduu gaaltooma
Mohammad
Afaan amaara akka afaan ormootti kaawame qubeen bareeffamuun afaan oromoo hin taasisu, fkk. Abbabudeenaa (ye injeera abat) afaan oromo keessa hin jiru. Nice try!!
Galtooma bayee namatii tolaa jabadha itti fufa
namoota itti fayyadamniif baayyee barreda garuu afaan oromoo isa barumsarratti ittiin baranneen maalif gargar tahe??? kan naannoo tokko qofarratti hundaaye odoo hin tayin giddu gala kan godhate odoo tahee baayyee bareedaadha galatooma!!!
Hatau beyyee namati tolaaaaaa garu utuxiqoo balina taee viele Danke
Haga tokko nama gammachiisa itti fayya dami
Yoo danda'ame osoo grammar yaaltanii baayyee namatti tola
Afaanichi isuma barnootarratti ittiin baranne odoo tahee gaarii ture inni kun garuu hedduu nama dhiba fkn dictionary elellee yoo fudhattan baayyee bareeda galatoomaa
Baayee namati tola
by Z####:
Galtooma bayee namatii tolaa jabadha itti fufa