Afaan Oromo Dictionary Offline for Android
I like it, you did good job! Jabaadhaa kabajaa fi jaalalli koo onnee irraayi
baay'ee gaarii hujii nuboonsu dalagdan ammas hedduu isin irraa eggam kana dalagne jettani hintaa'inaa jabaadhaa!!!!!!!
Bonnatin jira
Jecha xinno ishee itti dabalaa anaan baayyee natti tole oromooko kana caalaa akka jabaattan
GALATOOMAA JAJJABAADHAA APP BAAYYEE GAARIIDHA BAYYEE NU BOONSISTAN
Waan jechaatu na hanqate isiniin boonna jabaadhaa
Hojii boonsaa dha. Galanni keessan bilisummaa yaa tahu. ..
I like this dictionary thank you
Jabaadha itti nu fufaa hojii bareeda hojjetani baayee galatooma!!!!!!!
Very nice apps thank you for sharing
Good job keeping it up
I found it very nice
Actually it's best application
It's interesting and attractive
Awesome. Thanks a lot
is good for all people
Jabaadhaa
So nice
Same of the word are not yet discovered can you improved your app thanks for good job
I thin this app os so amazing
I like it so much thanks
Itti fufa
Best useful app
Perfect
Galatoomi
Baayyee itti gammadeera.
Galatoomàa natti toleera
Very nice application
What a Best App's ever I used but I hope you'll add more and more words left for you keep it up ur Good work! Oromo install this App Read and quench your thirst.
Baay'ee isin jaalannaa itti jabaadhaa waan seenaa keenya dhoksu baasaa waan dhokate seenaa keenya maraa kaasaa homnaafi yeroo kee itti hin qusatin guyyaan fiiguuu qabdu hin taa'in.
Kitaabota karaa APP kanaan jiran keeysaa kana baayyeen Jaaladhe. Keeysattuu OFFLINE dhanillee sirritti dalaguu isaatin hedduu namatti tola. Waan Gaarii lammiif dalagdanii Ulfaadha.
Baga Raabbin waagaa .2018 Geesaanaa oromoo Adunyaa iraa jirataanaa bara kunaa bara bilsoumaa haatuu qaabsoo oromo milkotuu haatuu oromoo dhumaa booda biilsumatiii ni dhufatii gaalatomaa oromo to
I'm really like it thank you guys I'm proud of you!! Waan nama bonsu hojatani ammas itti fufa!
Jaabadha kabajani isnif qabu kani one raati lammi yoo
Its a good app, but there is also much update area so improve as well
Heduu namati tola
Akumaaa kaanti iti fufaa yaa hayootaa keenyaa
Thanks for your work
Gariidha
by C####:
Well u give examples for words in english only so if u put examples in oromo with reading voice it will be perfect