Galata Maariyaam

Galata Maariyaam Free App

Rated 4.07/5 (30) —  Free Android application by Abraham Sisay

Advertisements

About Galata Maariyaam

Galanni Giiftii Keenyaa Dubroo Maariyaam jalqabatti qulqulluu Efreem, nama Soriyaatiin, Afuurri qulqulluu isaaf ibseetu Barreeffame, kana boodas gara Afaan Gi’iziitti deebi’ee yeroo Hedduuf biyya keenya keessatti tajaajila kadhannaa Mana Kiris taanaa Ortodoksii keessatti kennaa tureera, ammas itti tajaajilamaa jira. Yeroo booda garuu, gara afaan Amaaraatti jijjiiramee hojiirra ooleera. Fedhiin amantoota afaan Oromootiin barachuu, dubbisuufi kadhachuun yerootii yerootti dabalaa waan dhufeef Yeroo jajaqabaaf bara 1990 A.L.I tti gar afaan Oromotti jijjiiramee Dhiyaate.
Bara 1996 A.L.I tti ammo yeroo lammaffaaf Keessa deebi’amee sirraa’ee maxxanfame. Fedhiin kitaaba kadhannaa kanaaf jiru waan dabalaa dhufuuf yeroo addaddaa maxxanfamee raabsameera.

Hojiin jijjiirraa kitaaba kanaa Kanaan rawwata jechuu otoo hin ta’iin, yaada dubbistootarraa argamum fuldurattis keessa deebi’amee ni hojjetama. n n (Maxxansa bara 1996, 2004,fi 2006 kan gulaale Waasihuun Amanuu dha.)

Eebbi haadha keenyaa Dubroo
Maariyaam bara baraan nu Wajjin
haa ta’u. Ameen.

M/K/O/T/I/Q/Q/M/B/D/
Waldaa
Qulqullootaa.

How to Download / Install

Download and install Galata Maariyaam version 1.0 on your Android device!
Downloaded 5,000+ times, content rating: Everyone
Android package: mk.geletemaryam, download Galata Maariyaam.apk

All Application Badges

Free
downl.
Android
4.0+
For everyone
Android app

App History & Updates

More downloads  Galata Maariyaam reached 5 000 - 10 000 downloads

What are users saying about Galata Maariyaam

F70%
by F####:

Nuf jiradha ammale kitabaa farruu mahabara qiddusani share godha waaqayyo siin yaa ebbisuu yoo danda'ame oromiffan farfanna ykn mezmuri

K70%
by K####:

Galatoma ebbifama waaqayyoo isin haa ebbisuu obbollotaa koo kana birratisi itti nu dabala

R70%
by R####:

Galata gudda qabdaa yaa haadha keenya qulqulletti dubroo marima

W70%
by W####:

Waaqayyo siin yaa eebbisu galatoma

R70%
by R####:

Ebbifamaa!!!

K70%
by K####:

Galataa guddaa qabdu

K70%
by K####:

Balayitu shumi

F70%
by F####:

Galbaa

T70%
by T####:

Mezumr

H70%
by H####:

Dere

W70%
by W####:

Esenii gaalatefana Abifamaa


Share The Word!


Rating Distribution

RATING
4.15
30 users

5

4

3

2

1