Oromo Keyboard Plugin for Android
Haala salphaan fayyadamuu
takka bareda dha haaluma kanan itti fuufa
Bayye nama gamachisaa bayen jaladhee afan koti baresuu
Heddu galatoma shaakala keessan bayyee namati tola
Baay'ee galatoomaa Injifannoon keenyuma
Jabadha nu boonsitani
Wow
Gaariidha
Bay'ee Jalladheen jiraa. jechoota afaan oromoo akkan fedheen cuqasaa tokkoon yeroo xiqqoo kessaatti argachaan jira. Naaf jiraadha
Thanks. Bekumsa kheysaniratii isiinf ha dabalu hayota khenya
Galanii keysan hinbadini rabbiin kan kana caluu isinif haagodhuu
Galatoomaa Sabbontootaa oromoo uuuppppphhhaaa
Haala salphaan fayyadamuu
Use full thank you
gumaacha guddina afaan oromootiif gootan olaanaadha. ulfaadhaa.
Nuti oromoon
Galatoomaa hamileen keeysanuu itti haa fufu
Baay,ee gaariidha
Baay,ee gaaiidha
Baayyee bareedaa dha
Jabadha nu boonsitani
no one
Baay'ee namatti tola!!!!!!!!!!!
Shambu
Tattaaffiin bayyenamaboonsa
Baayyee galatoomaa
Afaan oromoo haa dagaagu.
Wawww. Wan jedhuu hinqaabuu ddaneesadhaa
By Ethiopia
Bayye garri dha
Abdi nura
Galatoomi
Wow
AFAAN keenyaa nuuf haa guddatuu
hajji
I love this wonderful Oromo Plugin,it immediately predicts the Afan Oromo word when I type the first or second letter.Very intelligent.Keep it up.But please do update for us from time to time for the best!!!I am using TECNO L6 Android 4.4
It is beat
Oromiya
I like it
by U####:
isiin bodaa jiraa nutis dhalotaf waa ol kaahuu qabanaa dhalotaa dhufu jabadhaa qomii koo