Afaan Oromoo Baradhaa for Android
Galata qabduu galani keessan bilsuma Uumata OROMOO kan cunqurfama jiranii Sinif yata'uu
Mashaa Allaah tabarkallah Bayy'ee Nama tolaa Jabadhaa itii fufaa ????
Bay'ee garidhaa.I love it.
Jabaadhuu itti fufi.anis yeroon barnoota keessa jiru hawwiin koo kana ture garuu maal godhu sababa garagaraatiin barnoota addaan kute
heduu namati tolaa galatoma
I am learn Adams Oromo
gaalatoma haalii qophii nuuf qopheesitan haala Afaan oromo dhubaadhaa jiruraati baay'ee nuuf gaalatomaa mata duree kan jaalati hubbanoo ilmaa naamati ta'uu qabu dhaali oromo kamiyyu irraa hubaachu akka qabuu abdin qabaa afao oromoo cuqursaa jaala bahee sadarkaa afrafa irrati argamee namni kaamiyyu afaan beekuun baarate akka baarsisuu qabnu kan irra hubanu ta'uu qabna fhalaa oromoo kan tatan martinuu afaan orromo kanumaa calati guddisudhaaf haarkaa waal qabanee tokko haa tanuu !! nuf jiraadha !!!!
Kan hafasnis isiin eeggana obsan
Galata gurgudda qabdaani umri nuuf dheeradhaa
Baayyee namati tola
Fatima
Jabaadhuu itti fufi.anis yeroon barnoota keessa jiru hawwiin koo kana ture garuu maal godhu sababa garagaraatiin barnoota addaan kute
Goota oroomo
Bay'ee garidhaa.I love it.
heduu namati tolaa galatoma
Akkana obbolessa
gadduu galatoma
MASHALLAH
Aliyii
gammadee homa jedhee ibsaadhu wollalee jechaatu naf hanqaate Appilikeeshiin kesani yoni barbaadu homaa afaani oromotin darbaa dhabee addaa nuti beekafi hayyulee qabeenyalee dhugamani hin qabnee jedhee hedduu gaddee dhugaa rabbiini kani anif rabbii qofti wollitti beekn afaani hunda ni argaadha ture yooni soquu A.Amars A.Arabis A.Enigilifas hunda garuu Afaani koo yero hedduu argachuu hin dandeenyaa Ardhaa argaadhee gammadee #Aduuni Akkaa nuuf reefi oliiQuqaa jirtuu fagooti muldhata jirtu Argaraa Jabadhaa!!
Hedduu galatooma Nuuf jiraadhaa
Beektota teenna horaabulaa
Afaan koo, nadhii dammaa
Kittabolen akkan kun bayye barbachisa dhalotaa kenyaa kan fulduraf galtomaa waren nu umtan kittaba kan.
Gariidha jabadhaa oromo. .
Hallan nama bonsa nama gamachisa
Jabaadha
Abas
Abdii Oromo
Bay'ee garidhaa.I love it.
Jabaadhu yaa saba koo. Ulfaadhu ammas rabbi sammuu kee yaa banu.
Viva Oromo
Baay'ee waan nama boonsudha. Ijoolleen keenya nuuf jiraadhaa, nuuf jabaadhaa.
Jabaadha . gara fuulduraattis cimsaa itti fufaa.
Bayyee galatooma, heddu nama gammachiisa saniifu Bayyee, galatooma
Wan bayyee namaa gamachisu dha kun
Tole galatoomaa
Jaladhu
Hedduu galatoomaa baay'ee natti tole Horaa bulaa dagaagaa!
by J####:
Umarii dheeradha jabadha itti fufa Afaan oromoo afaanota adunya kessati (terneslate google ) aka nuf galchitan abdin qaba jabadha lamii tiya