Faarfannaa Galata Waaqayyoo for Android
Wowowo waqayo barafi jirenya kesan haa ebisuu baye namati tola dhuga galani gooftakenyaf atuu
Really i love it. Osoo audion isaa update tahee itti nuuf dabalamee baayyee isaa irraanfanneeraati sagaleesaa. Eebbifami jireenyikee guutuu haatahu qaawwa hin argin
Jalqaba gaafan arge baay'ee na dinqe. Gooftaan guddaa isin haa eebbisu
Eebbifamaa. Kun jiraachuunsaa gaariidha. Audio'n utuu update ta'ee namatti tola.
waaqqayyoo saagalee jereenya sin yaa dhaageesisu Ameen
Ameen
Hojii gaarii nuyi Abbaa Gammachiisii fi Asteer Gannoofaa ittiin yaadannu keessaa tokko. Maaloo dafaa sagalee waliin nuu xumuraa!!! Waaqnumtikoo isin haa eebbisu. mul'ata kana inni isiniif kenne isin gargaara jabaa dhaa..............
Faaroo waaqayyo bay'ee garii dha.
Baayeenamatti tola.
uuuuuuff Ebbifamaa
Gaalattoomo
God bless you
Really i love it
Eebbifamaa,Ayyaannii waqayyoo kanani caalattii isiinif haa baayatu.
Waaqayyo isin yaa eebbisuu
I really loved it! Eebbifamaa
God is great.
waaqayyon sin haa gargaaru iccitti issa sinif haa baayisuu baraa tajaajilumaa keessan sinif haa dheressu ameen
Warreen hojii kanaan akka eebbifamnuuf nu gargaartan Waaqayyo isin ha ebbisu
Waaqayyo sorry Haa ebisu.
uuuuuuff Ebbifamaa
by D####:
This may seem simple to you. Someday you will look back and be greatful to have a chance to taking a part in evangelism and keeping the good work. Our fathers walked in good faith dying in desert, beaten and eaten by a beast. Today, ecangelism has come down to making couple of clicks. This is your time, and your chance to preach the good news. You have a bright future ahead of you. "Though thy beggining was small, yet thy latter end should greatly increase!" JOB 8÷7 Waaqayyo babaraan isin ha ebbisu!