Oromo Quran for Android
Masha alllah rabbiii addunyaa fi akiratti isin haa milkessu jazzan kessan jannatal-Firdowsi isiniif haa tahuu bayye namatii tolaa quran afaan oromootin wallahii galanii kessani jannata isha allah bakkaa yaddaan gahaa. Ani Aminaat muhammad goddina Walloo kamisee irahii
Oromo quran. Assalaamu aleyikum worahmatullahi wobarakaatuhu akkam jirtu fayyaadha baga nagayan jiraattan baga amata ramadana geessan. hadaraa rabbii jedhaati quraana guutuu nuuf erga kara kanaan. juuza lamaan duraani ummanni heddu barateera
Rabbiin jazza keessan isiin haa kafaluu.haaluma kanan kan hafesi qillensaara nu olchaa.barrefama Arabic akka ifuu.♡
Rabbiin jazaa keessan jaannatul firdoowisiin isiniif haa kafalu, Aakiraa fi Addunyaallee isin haa milkeessu.
Rabbin Umri isiin ha dherresu namooni qodaa fudhatanifi kan itti faydamtan Hundi keessan
Hedduu namatti tola galatoomaa ammas kana caalaa akka hojjattan abdii qaba جزاكم الله خيرا وتقبل الله منكم صالح الاعمال
Baay'ee namatti tole galatooma Rabbiin isiin irraa haa jaalatu jazaan keessan jannata haa tahu
Masha allah tabarakallah mee al azkaras nu maxxansaa afan oromoti
No comment just 5 star
Assalaamu Aleeykum warahmatulaahii wabarakaatuhuu mashaa Allah rabbiin isiin irraa haa jaalattuu
Maashaa Allaah, hedduu gaariidha jazaakallahu kheeyran.
Masha Allah masha allah Tabaarakallah Tabaarakallah Rabbi isinira hajallatu
Jazaa kumullaahu keeyran
Alhmdualaih...I am so much happy to getting by afaan oromoo.jzkl
Maashaa Allaah, hedduu gaariidha jazaakallahu kheeyran.
Am so happy to get Quran app by my language (afanoromo) and great job @harartech. We need full version soon
السلام عليكم ورحمة
Rabbii Umri Isiin Haa Dheereessuu Jaabadha
Baay'ee gaariidha osoo juuza 30 guutuu nuf dhiheessitanii gaariidha
Maashaa ALLAHA jakalahu kerani rabiin isini irraa haa jalattu
mashalah mashalah rabii isii iraa Haa jalatuu
Why not full version?
Maasha Allah App..akkan nama barsiisu dha. Jazakallah keyran
Rabi isina.....
Mashaallah Mashaallah Mashaallah Rabbi isiin irra haa jalatuu jzk
Mashaa Allha mashaa Allha mashaa Allha jzk rabin isinira hajalatu
Maa shaa Allah jzk Allah khairen
Masha Allah masha,Allah الحمد الله الحمد الله
Waa hundaafuu rabbi isin wojjiin haa jiraatuu nurraan turinaa
BAAY EE TOKKOO WAAN YEROO DHEERAAF BARBAADAA TURE ARGADHEE BAAY EE ITTII GAMMADEE BAAYEE BAREEDA GALATOOMAA !!!
Baay'ee namatti tola jazaakallah keeyran
Rabbin Umri isiin ha dherresu namooni qodaa fudhatanifi kan itti faydamtan Hundi keessan
MASHA ALLAH!! JZK!!
Alhmdl
Oromo quran
Mashallah tabarakallah fekum rabbin sirra haa jallatu gallatoma galani kessan janata fiderowes haa tahu 100%
Ahamdululah!! Masha allah!!jzkl hedduu namatti tola ,akkasumas heddu gammanne .
I LOVE it thank u for ur services and ur time. It's wander full .thank you for all ur time and more on stay up
mash Allah continues it's the great job
by M####:
Jzkl kheyran