English Afaan Oromoo for Android
Galtooma lammiwwan koo wan heeddu namatti toolu nuuf dhiyeysu kessaniif heddun isiin galatomfadha akka nama tokkotti yero heddun barbaduu ture wan kana gudda galtoma ammalle haluma kanan ittif uufa
haala mijataa fi salphaa ta'een hojjettanii nuuf dhiyeessitani.Afaan keenya bakka kana ga'uun milkaa'ina tokkodha qabsoo Oromoo keessatti.galatni keessan BILISUMMAA haa ta'u hayyoota ilmaan Oromoo.fuuldurattis kan kana caalu isinirraa eegna jajjabaadhaa!!
Baay'ee Galatoomaa lammii tiyya silallettuu wal malee maal qabnaa mii heedduu isin jaaladhaa baruumsa keessan nuuf qooduu keessaniif isin galateeffannaa nuuf jaabadhaa juraadhaa horaa bulaa
Bayee namatii tolaa galatomaa lammii koo afaan beyee jiraa kaa App isaa xixiqoo taan waan xoqoo malee hikkuu dadene f Deu
"""BY QUBEE GENERATION FOR QABSOO GENERATION"" Gadaan keenya waan eegalle hunda galmaan geenya
Haaluma kanaan itti nuuf fufaa baayyee Galata guddaa qabduu aesy to use
Baay'ee galatomaa wani heduu nama gamachisuu galanii keessani bilisummaa oromoo haa ta'uu inshaa Allah
Galatoomaa waan Gaari nu hojjattani jabadhaa.
Galatoomaa nuuf jiraadhaa beekumsa lammii keessaniif hirta rabbiin umurii keessan nuuf haa qusatuu .
Galatomaa lammiwwaan tiyyaa guddinaa kana caluu rabbii isiniif ha kennuu rabbii afaan kenyaa afaan adunyaa haa godhuu
Jabenya gari isinf hata.uu nuf jabadha. Kan hafefiss❤
Good job galatooma Jaabadha!
Dhalagaa bareedaa kan eenyumma cimsu kan saba keessaan ofitti boonsuu kan eenyummaa keenyaa gabbisu kan Adugnaatti oromo beeksisu dalagdan galatoomaa
Bayee wani nama gamachisu galatoma lamiwani koo jabbadha
Woooow baye namati tola hedu galatoma lammiwan ko bekumsa isinif hadabalu
Galatoomi baayee waan namatti tolu tokko nuu dhiyeesitan jajjabaadha akkanuumaan itti nuufufaa yeroo biraalee
Hiika muraasa qofatu barraaye garuu gaariidha galatoomaa gara afaan France ttis akka nuu jijjiramu
Mashaa Allaah Rabbiin siiraa haa jalatuu Itii fufaa
Gafiin qaba kanani barresse ishii jedhe naaf hin dhufuu akkam godhu,
Bayee baredadha afani birtasi iti nu dabala afani aka faranc. Fa
Galatoomaa beekumsa gudda nuuf dabarsaa jirtu isin jaallanna b/s mangistii
Jajjabadhaa yaa ilmaan oromoo rabbii isin fannaa
Mashallah rabbi isinira ha jalatu itti fuufa
Thank you
Heduu namatii tola jabadha haluma kanan itti fufa
Galatooma rabbiin beekumsa gudaa isinif haa keenu yaa ilmaan oromo
Lammi teenyaa hojji bonda kana nuuf galani keenya guddadha Galatooma
Mashalaah baay'ee namatti toolaa halumaa kan itti fufa
bayyee bareedadha jabadha rabbii isin haa gargaaruu.
Wow good job galatooma
Masha Allah bayyee namati tola horaa bulaa
Hedduu namatii toola lammiwwaanko oromo hayyuwwaan kenyaa kabajamtootafii jalatamtoota
Jabbaadha beektota kenya waan bayyee namatti tolu nuf hojjatanii
Baayyee namatti tola galatooma kan kanaa oliis isinirraa egganna
Baay'ee Nama Gammachisaa Dhugaa Guddaa Galatomaa Lammiitoo Nuuf Jiraadha
Baay.ee galatoomi beekusaa dhumaa hin qabenee rabbii issini haakenu
Waqayoon jajabinaa isiin haa kenuuu jabadhaa nama gamachisaa
Bay'ee tokko natti tola hojii keessani akkanumatti itti fufaa
Jabadha bayye nutti tolattu haluma Kanan itti fufa
by M####:
Baay.ee namati tolla jajabina kessan hawwina woggota darban kessa Afaan oromo Afaan Adunya bebekama hikudhaf hojjira jiruun nun jedhani isaanis osso cinna nuf dhabatani Afanota France. German Italy Arabic sabontota kenaaf hundaf baay.ee jaladhe