Afaan Oromoo Keyboard for Android
Isin jaallan gartuu dagaagsituu Qubee Afaan Oromoo Horaa bulaa! Yaaboo kana Oromummaan!!
Galattoma gallanii kessan bilisuuma ya ta'uuu heduu itti gamaneeti jiraa jiradha horaa bulaa
Baayee bayee galatooma Application kun heeduu baredadha bufaadha
Wooooo oromoo app bayee namaati tollaa
Hujii Hedduu nama hedduf lafisa gltm huji bonsa hojatani
Worren appi kana qophesitan gudda galatomaa appi heddu nama hawwatudha
Baayyee baayyee tokkoo galatomaa
Waa’ee qubee jijjira diinna aggaamame awwaalte oromoon
Gudda galatoma ya wan ofi
Jabaadhaa baay'ee gaaridhaa!!!!!
aduu
Garuu fecbook irratti barreessuu jechoota hin baasuu isaa nuuf sirreessa mee galatooma
hojadhu afaan ketif dubadhu afan ketif
Heddduuu namatti tolaa
Bayyee barredaa
Baayyee galatomaa!!!!!!!!!
Baayee galatooma
Woww
Bayyee baredaa garuu haqinaa qaba fakkenyaaf botaan duraan yeroo englifaa itti fayyadamnu seting kessa ashanguliti waan adda qaba kun garu taphaaf nama lakisa
Baayee gaariidha galatooma app afaan oromooti arguun nugammachiisee.galanni keesaan bilisummaadha.
Galatomaa Afaan oromoo Afaan sabaa balaati nuuf jaabadha
Bayyee wan nama bonsuu hojiin kun kan jelqabatii wan heddu sabnii isii irraa Egan jiraan jabadhaa
Wantoota kana caalan isinirraa eegaa jirra ammas itti fufaa
Hedduu Nufayyadanii jiraadha jabaadhaa hojjadha waliin jirra
Yaada akkana kana yaadun kessanuu addaa akka malee gamadee
O k
Hunddesitoota keyboard afaan oromoo Galanii keessan guddadha horaa dagabase
What is and spret the mercy are your name school teberbru
Hojii bareedaa dha. Jabaadhaa itti fufa.
Galatoomaa qopheessiitoni softi weeri kana
Bayye bayye takka gaalatooma appi kan hojachu keessanif
Jabaadhaa! haaluma kanaan itti fufaa!
I love it
Jegna nesh Be brave we are with you
Wow app !
Yaaduma kana yaaduun keetuu baayee nama boonsaa garuu buufadhe gaafan fayyadamee akkamitan Gammada laata.
Awesome its incredible app no words to say
We love u
Great one afaan oromoo keyboard
by U####:
Baayee galaatomaa Afaan oromoo afaan biyyaatti biraa taree afaan adduunya akkaa tahuu barbaana. App kun 1ffaa guddina afaan oromoo muldhisaa. Jabadha Rabbii isiinii haa jabeessu.