Afaan Oromoo English Dictionary - Galmee Jechoota for Android
mu123456
Nice
Wwwwwww bayee baredadhaa
Baay'ee galatoomi
Galatomaa jabadhaa
Bay.ee galatoma
Itti fufaa
Wowow maasha Allaah tabarakallah baay'ee namatti tola heddu galatooma galanni keessan bilisumma haa ta'u ammas itti nu fufa..
Bayee gariidha.Garru am not able to enjoy most of your software coz it unfortunately closes(crashes)on opening .Yaabotti siressa.
Galatoomaa kan hafes itti nuuf dabalaa galata guddaa qabdu!
Aboo umriin isin haa dheeratu malee maal isiniin jedharee
Sammun teessan haa gabbattu. Umrii dheeradhaa,horaa bulaa.
Bayyee gallatomaa kan biralee isniraa eginaa
good
Bayee galatomaa Oromo koo
Wow Great app
'word not found' ' eega inni akkas jedhee an eessaan fidaree Amma Garuu kan Afaan Oromoo Dictionary jedhu kana gaafan banu ofuma isaati utuu an Hi gaafatin A, dhaan jalqabeen jira. Ammaaf urjii sadii kenneeraaf Garuu, rakkoon jiru ammas ta'ee fuulduratti hiikni Afaan oromoo Afaan biraatti kara tokko qofaan hiikuun rakkisaa natti fakkaata, sababni isaa Oromoon hundi akka naannoo itti dhalatee guddatetti loqoda garagaraa waan qabuuf, kanaafuu yaadnikoo Afaanni Oromoo kan hiikamu yoo xiqqaate loqoda hedduu....
Galatomaa heduu nama gaamachisa
I need this book ,nice book
Itti fufaa
Jiraadha
Wowow maasha Allaah tabarakallah baay'ee namatti tola heddu galatooma galanni keessan bilisumma haa ta'u ammas itti nu fufa..
+++
Bayyee Baredadha
Baay'e galatooma
Baayee gaariidha
Nice app
Galatoomaa kan hafes itti nuuf dabalaa galata guddaa qabdu!
Bayyee namati tolaa Traselet afaan oromole isunomaa abdanaa
Baay'ee namatti tolaa hiramanan keesaan ittii haa fufu
Taatan siriti bareessaa Yoon bateesitan ykn afaan keenyati hin taphatinaa please
Baay'ee namatti tola akkaataan itti gargaarama applicashinichaa haalli saa mijaawaa dha
App biraa le isnira eggan ♡♡♡♡♡ Oromiyaa Love ♡
Baay'ee baay'ee gaariidha. Jabaadha......itti fufaa.
Garuu mobiyaala irratti hin dalagu sababni isaa maali????
Jecha ittiin ibsu dhabe wow baayyee nama tole
Baayyee galatoma app kana uummuu kessanif natti tolera!!!!
Hojii boonsaa dha.ulfaadha jechoota hafan walitti qabuuf yaalaa.Guddo galatoomaa Braavoo jedhera
Haa ta'u malee jechoota afaan oromo haala galumsa isaa fooya'u qaba
by E####:
Jechoota tokko tokko itti nuuf dabalaa