Ciigoo Afaan Oromoo Idioms for Android
Maqaa
Itti fufuu qabduu isin jaalanna sabboontota !!!
It's good for children that doesn't know affan oromo
Baayee gariidha galatomaa
Amazing app waaqayyo isin haa eebbisu
Excellent job.
Dhimma keenya Halkaniif guyyaa hojjanna, Jabaadhaa
Tokko qofa mullisa.otoo baayyistanii baayyee namatti tola
Jabaadhaa! Baayyee nu fayyadaa jira
Itti fufaan jedha.
Dhalootaqubee
Unfortunately, Ciigoo Afaan Oromoo has stoped. Jedha. Hin hojjetu
Excellent job.
Android irratti hindalagu. Fix it please
Addis ababa
Baay'een itti gammade haaluma kanaan ittifufi
OROMIYAA BADHAATU , Mukaa jedhu malee odaan mukaa mitii galmaa booranticha kennaa waqayyooti
Jabaadhu warra oromoo net baay'ee isin jalaadha.
baayee Gaarii Garuu Osoo Sookoo Fi Sorgoon isa Osoo Ibsamee Baaye Nabatti Tola Kanarra Fooyyessuu Yaala Galatooma
Good App It work good
Yaa ilmaan Oromoo afaan keenya isa bara hedduu dhokatee, mirgi itti fayyadama keenyaas sarbamee, har'a sadarkaa application tiin yoon afaaan Oromoo download godhee fayyadamuu gammachuutu natti dhagahame, kanaafuu ammas hayyootni keenya jabaadhaa, Ummatni keenya dheebuu afaan isaatiin fayyadamuu hin baane, dhalootni barataa jirus waanta kana xiyyeeffatee baruuchuu qaban jedha.
Heduu barumsa guddaa irraa argachuf eganaa tarii unfortunately jedha
Dhimma keenya Halkaniif guyyaa hojjanna, Jabaadhaa
Bay'ee nama ti tolaa afaan kenya waliin haa gudiinuu
Tokko qofa mullisa.otoo baayyistanii baayyee namatti tola
Baayyee ggaariidha.it is Great job.
Malidhaf hin hojjatuu oromo appe hundumtuu oromo appe hulunm awerjenbre ngre gene adumme ayesramm plic edte edmsra ngruing
Jabaadhu dhiiro! Kun gumaacha ati Afaan oromoo keessatti gochaa jirtudha. Kanaaf ati nama seenadha.
Gudaadhuu.great job!
best go ahead itti fufi!!!!!
Very nice
Waan yeroo baay'ee sammu keenya cinqa ture haraa kuno Oromo and Technology karaa salphan nu biran gaha jiran. Galatooma haaluma kanan itti nuf fufa isinin jedha. Horaa Bula
baayee gaaridha
wwwww
Hedduu heddu wan nama gamachisa ti wan saba oromo hunda bonsa ti
best go ahead itti fufi!!!!!
Bay'eeeeee .
by X####:
Saabir jimmaa