Oromia Media Network OMN for Android
Best midia
OMN
Good
Jabaadhaa is in cina jirraa approve or feed back hoggaan dura bane odu haarayaa ykn sort by time ykn waan amma gadhiifame ykn tan arraa akkaata itti durarratti nuuf mullisu ykn salphaadhumatti itti argannu foyyeessurratti hojjadhaa galatoomaa
Galatoma
It's great app but am Oromo I don't speak Oromufa...I speak Amharic do something for as too
Why i can't watch the last year's or last month's New's or something like that right now on my phone pls try to solve this issue thank you
Jabadha jajabe qommo too Hojii bonsistu hojacha jirtani galanni kessan bilisummadha
I Iove your oromia media network hedduu nuuf galatoomaa isin jaalanna
Omn ijaaf gurra keenya jabaadhaa hojjadha nus isin cinaa jirra
Heddu Galatoma halumakanaan etti fufa rabbin hamttuu isinirraa haqabu jabadha nujabessa galatooma
Tnxs for ur free apps gallatoma ittin fufa
Oromoo people language,
Galanii keessan tilmaama hin qabu jabaadha har.aa irra bortuu caala!!
Ana hasani
Walqunamtiin teenya bilissuma
Baa'dhe dadhaba dha !!
ifninijira
Oromo nuti ilma abbaa tokkooti , Amanti adda addaa qabaannus , kuni baay'inna keenna mullisa , mirga qabaachuu , namni waan fedhe jala deemu garuu alagaan amanti fi waan adda addaa sababa godhatee akka nu seenne.oromoon tokko , biyya teenna takka , kaayyoon keenna bilisumma , ofiin of bulchu biyya teenna irratti abba ta'uu, osoo qabnu biraa beelofnee,afaan keenna haasayu ittiin saalfannee fi afaan qotee bulaa fi baadiya fakkeessine , waan gaari hunda gabroomfataa keennaaf galchinee ,laakkayee fixu , OMN
nitiis isinii waliin jirra . ni bilisoomna!
Kanii garaa fullduratis kanaa calaa akka hojatamuu abdin qabnaa jabadhaa rabbii isin faan haa jiraatuu
Jabadha jajabe qommo too Hojii bonsistu hojacha jirtani galanni kessan bilisummadha
Hedduu namatti tola jabaadha oromiyaan tan oromoti yoomuu
Walila qabanee
Heduu heduu nu boonstanii jabbaadhaa
As wr wb
I like it very much.
Heddu
Wow
Guddaa galatoomaa
Baaay'ee gariidha
Great application
OMN baayyee gaariidha miidiyaa tokko kan dhugaan sabaaf hojjaatu qabaachuun. Kan rakkoo fi muddaama hawaasnii keenya kessaa jiru gabaasuu kanaafu umrii nuf haa dheeraatu OMN hedduu jaalaanna.
Apps bareedaa dha. Abdosh galanni kee heddu. Garuu yeroo telefoona dheerina irraa dalgatti ykn ammoo dalga irraa dheerinnatti naanessu viidiyoon taphachuu hin danda'u. Kana osoo sirreessitanii itti hin hafne!
Kan biraa ammoo A, sirba yoo affeertan sirba garboonne, hidhamne, ari'atmne jedhu osoo hintaane sirba Oromoota onnee dhiitessu fkn ka'i, did, cabsi, olaladhu, wal-irratti cichi, yoo ollakeetio oromoon dhaanamu itti birmadhu jechuuf ergaa qabu yoo ta'e garii natti fakkaata; sirbitoota oromoos ykn filmii hojjetoota keenyas akkaata sabni yokko falmatee bilisummaatti bahu bareechanii akka hojjetan yaada cimsani kennu malee gabrumma faarsuun maalgodha!? B, sarara bilbilaa kan namni 'whatapp,viber, Tango fii kkf irratti siniif bilbilu, ergaa kaahu, video siniif ergu osoo qopheessitanin jedha. C, Gootota oromoo darbanis ta'e kan jiran seena isaanii kaasuufii dhalooti ammaa waan irraa baratan sagantaa qabaachu. D, Namoonni ciccimo Oromoo taa'itaa irra jiran akkaata saba ofii irra harka qabanii miidhama hambisan iccitiinis ta'u hojjechuu. Walumaagalatti yaada leencummaa ykn gootummaa oromoo kaasuutu irra haamilee sabakeenya cimsee tarkaanfii bilisummaa nufudhachiisa jedheen yaada. "Background" dhuma tv keessanillee faayya Oromoo fii suura gootota Oromo ykn Meeshaa gootota Oromoo yoota'u Muuziqaan ittiin jalqabdan ykn cehumsaaf itti fayyadamtan 'classical music' Oromootaa fknf kan Ilfinesh qannoo (Obooko maloore!), Kan Muktaar Usmaan (Dammaqii Oromoo hinrafiini yoomu numan wajjin jiradiinni ) jedhu fii kkf osoo ta'e jedheen yaada. Nagaatti taa'a.
Sagantaan keessaan sagaleen wanni tookkollen hindhagayamu kan landan
Heddu wan garii dha daleydan jabadha rabbi adawii isinira ha qabu akkanumatti fixa isin ha basu isinin bonna jabadha viva OMN we love you
Hedu namati tolaa nuf jabadhaa rabin adawi isinirahaqabu
Wanti isin hojjattan baay'ee nama gammachiisa.haaluma kanaan itti nuuf fufaa
by Q####:
Abdulaziz Husen