Oromo Bible FREE for Android
This apps is really great for our people. If it's updated it would be even greater. Please update to get it work properly on galaxy s7 edge and make it complete. There are some verses missing, the search navigation is not working on Android. May God bless you and Thanks!
This app helped us, Oromo readers very much. But it needs some corrections. There are symbol like ++++... Some verses were missed.
Wow! Amazing, Dheebuu bara dheeraa macaafa qulqulluu kana mobayilan argachuutu ba'ame; akkas dhamaatanii technology tin wangeela fayyinaa kanarratti invest gochuu keessaniif gatiin keessan guddaadha! EEBBIFAMAA!
Eebbaaf ta'a Irraa Caalaatti. Darbee darbee Luqisni bakkewwan keessa itti Haafan Waan Jiraniif Utuun Sirrate Gariidha. Pls Audio isaattinis Warren Dubbisuuf barreessu hin dandeenye Garuu sagalicha dheebootani beela'an Jiraachuu Danda'u Guutanis.
Inii hojii quulquul'aa kana isinin hojeeta waaqayyoo maqaansaa guudaa haa jeejamuu, I thank God for the amazing work he has done
Macaafa gaazexaa hin geenye kana sirreeysaa barreeysaa dogongorri isaa hanga hin qabu bakka barbaaddan keeysaa dhiiftaniituma bakkuma isinitti tole qofa barreeysitanii kitaabni namni itti ida'ee irraa hir'isu akkamitti macaafa qulqulluu ja'ama macaafa gaazexaa ja'amuu qaba maqaan kitaaba kanaa gaazexaa kijibaa yookaan gaazexaa dogongoraati
Warra akkasittiin dhimmanii yeroo isaanii aarsaa godhani nuuf dhiyeessan ammallee waaqayyo beekumdaf ogummaa keessan itti si.iif hadabalun jedha.
I loved it so much this bible truly touched my life and i will always praise God for those who spent their time in preparing it such a beautiful way....bless u
Ebbifama waqayoo Sina Ebisuu baga dogogoramee maqa Waqayoo tin inseresituu jedhan yada waqayoo Sina gargaruu
Warooni kana itti dhamaatanii nufbaftan waqayyo isin haa eebissu !!!
Sagale jireenya sii yaa dhageessisu Jabadhu ammale
gaafii bara baayye waaqayyo kara keessan nuuf debise.Ebbifama!!!
Yesuus gooftaadha baayee bu'aa nuuf qaba sagaleen waaqayyoo
Wowow waaqaayyoo isini yaa ebbiissuu dachadhani ebbbiifamma
Seera uumama 18:16-21 tti irra darbameera otoo ilaaltani gaariidha.
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo argachuun waggaa dheeraaf dheebuu hundaa keenyaa turee. ("softcopy" jechuu kooti.). Ani app kana baay'een jaaladhe;waaqayyo namoota isa kanaaf dhimmani nuuf laataan isaan yaa eebbisuun jedha!!!! I have used it on my phone and eager to get on my PC soon. I have no words but the God bless all of you
Incredible! However, there are some errors in writing the language. Moreover, there are omissions of some versus that are not fully included in this version. I think editing is not good since the Bible is the words of God!
This is an excellent app. I love it because I can read it any where. It's also easy to find where you want to read.
I love it God bless all of you ebbifamaa woronii itti dhimitaani macaafa kanaa nufii baresitaani Ayyanii waqqayyo issinf haa bayaatu ebbifamaaaa maqaa yesus kirstosnii halelujaaa Glory to be god
Am so happy to get this application god bless you
The most important bible forever.
Eebbifamaa hojii eebbifamaa kanaaf. Garuu dubbiifamuuf akka mijatutti babbareechaa.
nama afii erguu barbadda garuu hindandeessu ? mafii
Wowo Afaan oromo bayyee garidha I love ♥♥♥♥★★
More or less good
Wow I'm happy
baayee namati tola garuu iddoo tokko tokkoti dogogoraa qubee qaba isaa osoo sirresitani bayee garidhaa galatomaa waqayyoo siin haa ebisuu
Waqaayyo isin yaa'reebiisuu!!
Very good.
I loved it so much. But three last books of old testament and the last one book of new testament are missed & some problems of hebrew cbapter 10.
V.nice apps thank you!
HAlEE LUYYAAA
Akkaataan itti fayyadamasaa baay'ee namatti tola. Garuu, bakka tokko tokkotti qubee qofa otoo hin ta'iin luqqisnillee keessaa hafeera. Kanaaf, otoo irra deebitanii gulaaltanii gaariidha.
Guddaa galatoomaa!!
So incredible! Thanks for this wonderful work. Wasihun Gutema
Love it, be blessed. Great
I love it very much
Thanks again liked
good thanks
by U####:
Thank you for the app. But there are many incomplete parts and verses missing. I could not use it because of its incompleteness. Since it is the.Word of God please work on the accuracy.