Quran Oromo for Android
Tafsiira qurana ilalchisee bayye nama gammachisa wallahi baaye itti gamade galanni keesan jaannatul firdows haatau bakka kamituu hamtuun isin hinargin Maashaa Allah
Bayyee bareedaadha jzk rabbi balbala jennattaa siif haa banu
As wr wb
It is not ready to dowonloding
Allah
Gariidhaa garuu gadii hin bu'u akkasumaa akkaa siritii suraa gutuu gadii nu dhiftaan kabajan isiin gafaadha juziin sadii xiqo hin dhagayyamu sagalen akkaa nu foyyesitaan quranii app keessati kan afaan oromoo bayyee hin jiruu
As wr wbMashaa allah mashaa allah mashaa allah Rabbinii siniiraa haa jalaatuu Rabbini yaadafii muradaa kesaanii siniifiihaa gutuu bayee nama fayaadaa ano bayeenii iraa fayaadamee Ishaa allah Ishaa allah Rabbini nama iraatii ojeetuu nuu haa tasisuu yaa obbolaanii ko bakaa jiriitanitii nageeyii fii Ramaanii Rabbi siniraa haa jiraatuu As wr wb
Baraakallahuu fiikum
As.wr.wb. Akkami obboleeyyan warroonni nuuf hin bu'u jettan 1mobile market kan je'u play store keessaa buufadhaa ni bu'aa Doktora keenyaf rabbiin jannata haa keennuuf Aaamiin yaa rabbal.aalamiin
As wr wbnagafirahmanirabi isiniratiihajiratu babyew namatitoola halumakanan itifufa wahunda akka nubarsiftanifi akka nu yadachiftan abdi isinira qabnaagalatoma
Masha Allah rabbiin isinira hajalatu galani kesan adunyarati nasri diin fi bilisummaa akiratis ollaa nabi kenyaa !A.S.W.! Isin hagodhu
Good
as wr wb mashaalla rabbiin gudaani isani irraa hajalatu hedhu itti gamanee adunyaaf akiraa lee isaani hagamachisuu jabadjaa umrii dheradhaa
Mashaa'Allhaa Rabbii Isin Irraa Haa Jaallatuu Jazaani Keessaani Jaanataa Haa Taa'uu جزاك الله خيرا بارك الله فيكم
Masha Allah hedduu namatti Tola Waan Faayya'uu fedhu Qabaatus, Hojii Boonsa fi Ajrii Qabu Ummata Keenyan Gahuu Keessaniif Rabbiin Jannataan Isin Haa Gammachiisu. Umrii Dheertuu Isiniif Haa Kennu. Jazakallah Khair
Masha allah may allah reward you the highest rank in jannah. Is it only for iPhone? ciz i can't open on my android phone Samsung Galaxy note4.
raabi sin erraa banality
ماشاء الله تبارك الرحمن وجزاكم الله خيرا Hiikkaa qur'aana ta'uu isaatiif hedduun itti gammade garuu naaf bu'uu dide maalif dide laata naaf deebisuu dandeessuu?
Asalamualeykum Warhmatullaah Wobarakattuhu rabbiin isiin irraa hajalatuu jazakallahu keryan
I would like to say may Allah blessing for our lovely shiek Mohammed Rashaad and forgive him.
Hedduu nama gammachiisa galanni keessan jannata haat'u garuu wanni fooyyahuu qabau yoo dandeettan akkaataa qaraatii yoo dhaggeefachuu barbaadan ufdura yookaan ufduuba deebisaanii dhaggeeffatan osoo nuuf mijjeestanii gaariidha.Jzk
YAA RABBII kiyyaa galannii lakkoofsaa hin qabnee sii haa gayuu sadarkaa muslimummaa kana duraanuu ol-nuu futee ammaallee ol-nuuf fudhii . AKKAASUMAA KAFIIRAA umaata muslimaa sararaa jiruu kana nuu jalaa kufiisii haa Allaah
Raabbiin isiiniraa haa jaallatu garuu Samsung irratti nuuf bu'uu didee oso nuuf check gitaani Rabbif jeecha♥
Hojiin keessan heddu nama boonsa lammiikoo garuu etuu TAFSIIRA QUR'ANAA barreeffa afaan Oromootiin nuuf keysanii heddu nu gammachiisa. TAFSIIRA QUR'ANAA guutu
Mashaallah mashaallah mashaallah Rabbi isiin irra ha jalatu. I love it so much .itti fufa jabadhaa
Jzk wallahi bayee iti gamanee jazaa kana rabiin janatan sif hakafaluu .
Hikaa quraana kanaatiif worra of woreege nageenyi rabbii issaan irraa hin fagaatin.garuu internet irraa buufachuuf nudida maaliif?
Assalamu Aleykum waramatullah wabarakatu akkam jirtu kabajamatotafi jalatamatota obolewan kiya kan islama hundi kesanu
Horaa bulaa lammii wwan koo
Maashaa allaah rabbi irraa haa jaalatu
As wr wb
Mashaa Allha mashaa Allha mashaa Allha mashaa Allha jzk rabin isinira hajalatu Garuu SAMSUNG GALAXY irati nudidee
Assalaamu aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhuu ? Rabbiin isinirraa haa jaalatu.
Mashalla mashallaa rabbiin jannataanii isaan haa badhasuu shekha kennaa
Masha Allah Jazakullahu kheyran jannatul firdoosiin isin haaqananiisu
Wwwwww baay,ee galatooma Ustaazaa barnoota gaariidha inshaa allaah worra itti fayyadamu rabbi nuhaa godhu
Jazaan khee Janata inashallaha
Shek mahammad rashiidiif yaa Allah
yaboo
by N####:
umari dheradha mashaalha